Hebrews 11:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Israa'elii dhugeeffanna'aan Yerikoo marsee, guyyaa torba irra naannayeen duuba dalleen dhaka'aa jige.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachati naabo Yeriko ch'abse jisse, eegi gochiti Israeli guyya torba ira marte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaan gochii Israa'eli guyyaa torba dallaa Yerikoo irra marte, cabsitee jissitte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dalloofni dhaga'aa ka Iyyaariko'oo guyyaa torbaaf haga irra naannayaniin maayii amanti'iin jige.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dalloofni dhaga'aa ka Iyyaariko'oo guyyaa torbaaf haga irra naannayaniin maayii amanta'aan jige.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Israa'eeloonni naanaya kaloowwan Iyaariko'oo guyyaa torbbaaf eega naanayaniin duubatti, kaloowwan ka diigan amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Israa'elii dhugeeffanna'aan Yerikoo marsee, guyyaa torba irra naannoween duuba dalleenni dhaka'aa jige.