Hebrews 11:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona tana caalaa maan jedhu ree? Marroo Gidewoonii, Baaraaqii, Samsonii, Yifta'aa, Daawwitii, Saamu'eliitii fi raagotaa isinitti odeessiisaaf yennaan naa hin geettu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dura deeme, nama d'ibile hima re? Waan Gideonitifi Barakafi Samsonifi Yefthafi Daudifi Samuelifi raagoota ch'ufa amma himu indandau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hagan irra dubbachuu mallee ree? Dura deemee, waan nama dhibiillee hima ree? Waan Gidewoon, Baaraaq, Siimson, Yifataa, Daawit, Saamu'elii fi waan raagootaa cufaa amma himu hindanda'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ani maal jedha? Waan Gedewoonii, waan Baaraaqii, waan Saamsoonii, waan Yooftaahe'ee, waan Daawitii, waan Saamu'eeliitii fi waan raattotaa akka hin mammaanne hennaan na jalaa gabaabbata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ani maal jedha? Waan Gedewoonii, waan Baaraaqii, waan Saamsoonii, waan Yooftaahe'ee, waan Daawitii, waan Saamu'eeliitii fi waan raattotaa akka hin mammaanne hennaan na jalaa gabaabbata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ka bira'aa maal jedha ree? Waayee Gedewoonii, waayee Baaraaqii, waayee Saamsoonii, waayee Yifta'aa, waayee Daawiitii, waayee Saamu'eelii, waayee nabiyyootaa'llee akka hin aseensinneef yero'otu natti gabaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona tana caalaa maan jedhu ree? Marroo Giidewonii, Baaraaqii, Samsoonii, Yifta'aa, Daawitii, Saamu'eliitii fi raagotaa isinitti odeessiisaaf yennaan naa hin geettu.