Hebrews 11:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dhugeeffanna'aan mootota injifatane; sirri'itti bulchane; waan waadaa galamelle fudhatane; afaan neeqaa cufane;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ugefachaani lafa heddu had'e dabsate. Waan qajeela tolchani, waan kakhataniifi argatani. Afaani nyeench'a ch'uqaalani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dhugeeffachaan lafa hedduu hadhee dabsate, waan qajeelaa tolchee, waan kakataniif argatee, afaan nyeencaa cuqaalee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan amanti'iin mootummaa injifatan; qajeellummaa hojjatan, dubbii abdi'ii ka isaanii kenname argatan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan amanta'aan mootummaa injifatan; qajeellummaa hojjatan, dubbii abdi'ii ka isaanii kenname argatan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee amanti'iin mootummtoota injifatanii ni moo'an, abddii bulichiinssa murti'iitiin isaaniif kenname'llee ni argatan, afaan leencotaa ni cufan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhugeeffanna'aan mootota injifatane; sirri'itti bulchane; waan waadaa galamelle fudhatane; afaan neenqaa cufane;