Hebrews 11:40 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waan caalu waan nu'uuf qopheesseeruuf, isaan nu woliin malee, qofuu guutuu te'iisaaf hin dande'anu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Waaqi waan hagasi ira dansa nuu heregeefi. Heregi isaa kana, nu male worri inqit'au.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan Waaqii waan hagas irra dansaa nuu herregeef, herregii isaa kana; nun malee warrii hinqixaa'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan caalu waan nuun qopheesseeruuf, isaan nu woliin malee, hojja ufii guutuu ta'uu hin danda'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni waan fooyyayaa ta'e nu'uuf karoorssee jira, kanaaf isaan nu'uun woliin malee adda isaanii titti, muda maleeyyii ta'u'uuf hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan caalu waan nu'uuf qopheesseeruuf, isaan nu woliin malee, qofuu guutuu te'iisaaf hin dande'anu.