Hebrews 11:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffanna'aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande'amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te'e dhugeeffatuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni, d'ugefacha male, dandae Waaqa ingammachiisu. Nami Waaqati d'ufu, aka Waaqi jiruufi aka Waaqi worra isa barbaadu eebisu d'ugefachu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaa malee, namii tokkolleen danda'ee Waaqaa hingammachiisu. Namii gara Waaqaa dhufu, akka Waaqii jiruu fi akka Waaqii warra isa barbaadu eebbisu dhugeeffachuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amantii malee Rabbiin gammachiisuun hin danda'amu. Namni gara Rabbii dhiyaatu akka Rabbi jiru worra isa soqaniif ka gatii kennu akka ta'e amanuu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amantaa malee Rabbiin gammachiisuun hin danda'amu. Namni gara Rabbii dhiyaatu akka Rabbi jiru worra isa soqaniif ka gatii kennu akka ta'e, amanuu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantii malee Waaqa gammachiisuun hin dandda'amu, gara Waaqaa naminni dhiyaatu Waaqinni jiraachuu isaa namoota isa barbaadaniif'llee kennaa ka kennu, ta'uu isaa amanuu qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffanna'aan malee Waaqa gammachiisuun hin dande'amu; nami gara Waaqaa dhiyaatu, akka Waaqi jiruu fi worra isa barbaaduuf ka gatii kennu akka te'e dhugeeffatuu qaba.