Hebrews 11:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abrahaam biyya ifiitii bayee, addee akka dhaalaa fudhatu akka dhaquuf yennaa waamame gara itti dhaqaaru beekuu dhabulle, dhaqiisaaf dhugeeffanna'aan ajajame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani Abrahamuuni, gaafa Waaqi isa yaame ch'aqase, lafa Waaqi isaa kakhate d'aqe. Inni kae lafa ufi keesaa deeme, ka gara deemu imbeenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abrahaam dhugeeffachaan gafa Waaqii isa yaame caqase, innii ka gara deemu hinbeenne, ka'ee lafa ufii keessaa ba'e, lafa Waaqii isaa kakate dhaqe;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam gara ristii hin argatta jedhamee san biyya ufiitii bayee hulee dhaalaan argatu akka dhaqu hennaa waamame, gara dhaqu uduu hin beekin amanti'iin ajajame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abrahaam gara ristii hin argatta jedhamee san biyya ufiitii bayee hulee dhaalaan argatu akka dhaqu hennaa waamame, gara dhaqu uduu hin beekin amanta'aan ajajame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abrahaam bayee gara lafa qabiyyee taasisee fudhatuu akka deemuuf yeroo waamametti, yoma gara deemu beekuu dhabaate'llee, deemu'uuf ka ajajame amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam biyya ifiitii bayee, addee akka dhaalaa fudhatu akka dhaquuf yennaa waamame gara itti dhaqaaru beekuu dhabulle, dhaqiisaaf dhugeeffanna'aan ajajame.