Hebrews 11:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Yisihaaqii fi Yaaqoobii isa woliin waadaa galame dhaalanu woliin, biyya waadaan galame keessa, akka ormaa dunkaanii keessa dhugeeffanna'aan le'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani inni lafa Waaqi isaa kakhate keesa tae, aka keessuma. Waaro keesa, akuma Isaaqofi Yakobo tae, ka kakhu suni Waaqa iraa argate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaan akka keessummaa lafa Waaqii isaa kakate sun keessa Yisihaqii fi Yaaqoob ka akkasuma kakuu sun Waaqaa irraa argate waliin Waaroo keessa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka keessummaa biyya ormaa jiruutitti lafa isaaf waadaa galame san keessa amanti'iin jiraate. Akkuma worra isa woliin waadaa dhaalanii, akkuma Yaaqoobii fi Yisaaqii daasee keessa akka galtu'uutitti jiraate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni akka keessummaa biyya ormaa jiruutitti lafa isaaf waadaa galame san keessa amanta'aan jiraate. Akkuma worra isa woliin waadaa dhaalanii, akkuma Yaaqoobii fi Yisihaaqii dukkaanaa keessa akka galtu'uutitti jiraate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa woliin dhaalttota dubbii abddi'ii ka ta'an Yishaaqii fi Yaaqoobiin woliin, biyya abddi'ii titti keessummaa ta'ee, dukkaana keessa ka jiraate amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Yisihaqii fi Yaaqoobii isa woliin waadaa galame dhaalanu woliin, biyya waadaan galame keessa, akka ormaa dunkaanii keessa dhugeeffanna'aan le'e.