Hebrews 12:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbootiin teenna yennaa diqqo'oof akkuma dansaa fakkaattee isaanitti mudhattetti nu adabane; Waaqi ammoo akka nuuti woyyummaa isaa qoodannuuf, bu'aa teennaaf nu adaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbootiini teenna ta lafa haga diqa toko, fed'i worra gula, nu qajeelchite, Ammo Waaqi maro wonti kuni ira nu jirtuufi tolcha, aka nu qulqullooma isaa qoodannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabbootiin teenna ta lafaa haga diqqaa tokko, fedhii warraa gula, nu qajeelchiti. Waaqii ammoo marroo wantii kunin irra nuu jirtuuf akka nu qulqulloma isaa qoodannu, tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan mishaa seeyanii hennaa diqqo'oof nu adaba'aa turan, Inni ammo woyyummaa isaa irraa akka qoodamnuuf faayidaa keennaaf jedhee nu adaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan waan mishaa seeyanii hennaa diqqo'oof nu adaba'aa turan, Inni ammo woyyummaa isa irraa akka qoodamnuuf faayidaa keennaaf jedhee nu adaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan mishaa ta'ee akkuma isaanitti muldhatetti yeroo muraasaaf nu adabanii jiran, inni garuu qoodamtoota Qulqullummaa isaa akka taanuuf faayiiddaa keennaaf, nu'u ni adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootiin teenna yennaa diqqo'oof akkuma dansaa fakkaattee isaanitti mudhattetti nu adabane; Waaqi ammoo akka nuuti woyyummaa isaa qoodannuuf, bu'aa teennaaf nu adaba.