Hebrews 12:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adabbiin kennantu yennaa san ka nama gaddisiittu malee, ka nama gammachiittu hin fakkaatu; duuba ammoo worra itti barateef midhaan balchumma'aa ka nageyaan guutame hin buuchi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nu qajeelchani waan nu lalefachiiftu fakaatti, nu ingammachiiftu. Ammo eegi suni, worri akana qajeelchani mid'aani nagaya ka jireenna d'uga argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Uleen nu dhaanaan yoosii waan nama laaleffachiisaa malee waan nama gammachiisaa hinfakkatu. Duubatti ammoo warrii akkanaan qajeelchan, sun midhaan nagayaa ka jireennaa qajeelumaa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adabbiin maruu hennaa diqqo'oof waan nama gaddisiisu malee waan nama gammachiisu hin fakkaatu. Haa ta'uu ammo worra mi'eeffateef sanyii qajeellumma'aa ka nagaya uf keessaa qabu daraara.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Adabbiin maruu hennaa diqqo'oof waan nama gaddisiisu malee waan nama gammachiisu hin fakkaatu. Haata'uu ammoo worra mi'eeffateef sanyii qajeellumma'aa ka nagaya uf keessaa qabu daraara.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Adabbiin marrinuu yero'otti ka nama gaddisiisu malee ka nama gammachiisu hin fakkaatu, maa'ii garuu namoota shaakalaniif, nageenni ka itti guute firii qulqullaawomaa isaaniif ni argamisiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adabbiin kennantu yennaa san ka nama gaddisiittu malee, ka nama gammachiittu hin fakkaatu; duuba ammoo worra itti barateef midhaan balchumma'aa ka nageyaan guutame hin buuchi.