Hebrews 12:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Miilli keessan ka naafate akka fayyu malee akka adde'een hin kaane, miila keessaniif karaa qajeelfadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara qajeela gula deema, aka miili buqae innaafanne ammo fayyu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka miilii keessan adoo hinnaafannee fayyu, karaa qajeelaa gula yaa'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hokkole akka fayyuuf malee akka hin diiggamne, luka keessaniif karaa qajeelfadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka hokkole akka fayyuuf malee akka hin diiggamne, luka keessaniif karaa qajeelfadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka hokkolaa ta'e akka fayyuuf malee bakka isaatii bayee akka wol gad hin dhiifinneef, miila keessaniif karaa qajeelaa filadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli keessan ka naafate akka fayyu malee akka adde'een hin kaane, miila keessaniif karaa qajeelfadha'a.