Hebrews 12:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nama maraa woliin nageyaan le'a! Woyyumma'aan malee, eennulle Goottaa dhaggiisaaf waan hin dandeenneef, woyyumma'aan le'iisaaf jabaadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabaad'a, aka nama ch'ufa nagayaani woliini teetani, jireenna qulqullo barbaaddani; wonti akanatiifi nami tokoleeni, qulqullooma male, Aabbo inargu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama cufa waliin nagayaan taa'a. Waan namii tokkolleen qulqullooma malee Aabboo arguu hindandeenneef, jireennaa qulqullummaa jiraadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota maraa woliin nagayaan jiraadhaa'a; Woyyoomuu barbaadaa'a. Isaan malee ka Gooftaa arguu danda'u waan hin jirreef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoota maraa woliin nagayaan jiraadhaa'a Woyyoomuu barbaadaa'a. Isaan malee ka Gooftaa arguu danda'u waan hin jirreef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qulqullaawoma malee eennu'llee Gooftaa argu'uuf waan hin dandeenneef nama mara woliinuu nagayaan jiraadhaa, Qulullumma'aan'llee jiraachu'uuf hisadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama maraa woliin nageyaan le'a! Woyyumma'aan malee, eennulle Goottaa dhaggiisaaf waan hin dandeenneef, woyyumma'aan le'iisaaf jabaadha'a.