Hebrews 12:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle baalagee, yookiin akka Eesaawuu sagalee yennaa takka'aatiif jedhee, angafummaa ifii gurguree ka Waaqa malee le'u te'ee, akka hin teene ifi eeggadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a aka nami tokoleeni sharmut'a tahe, yokhaani aka Esau inhamaanne, ka sagale guyya tokotiifi d'aala ufi ta angafooma gurgurate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka namii tokkolleen akka namicha Esaawuu jedhan, ka sagalee guyyaa takkootii jedhee dhaala ufii ta hangafummaa gurgurate tanee, amala ammaatee waan gurra muyoo hintaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yookaan akka Eesawu nyaataaf jedhee hangafummaa ufii gurguratee nama adunyaa kanaaf tolu akka hin taane uf eeggadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
yookiin akka Eesawu nyaataaf jedhee hangafummaa ufii gurguratee nama adunyaa kanaaf tolu akka hin taane ufi eeggadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sagaagalaa ka ta'e yookiin nyaata yeroo tokkootiif jedhee hangafummaa isaa akka ka gurguree akka Esaawuu heeybayaa naminni ta'e, akka hin argaminneef ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle baalagee, yookiin akka Esaawuu sagalee yennaa takka'aatiif jedhee, angafummaa ifii gurguree ka Waaqa malee le'u te'ee, akka hin teene ifi eeggadha'a.