Hebrews 12:2 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti jalqaba'aa fi muummessaa dhugeeffanna teennaa ka te'e Yesuus ilaaliisaan rukkinna; inni waan gammadi fuula isaa dura jiruuf, salphinna fannoo irratti du'iisaa adoo woyitti hin laakkowin, rakkinnaa fi du'a fanno'oo ossatee midda barcumaa mootumma'aa ka Waaqaatitti tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeso ufi durati laalla, waan d'ugefachaani teenna haga qaratiifi haga muummele isa keesa jirtuufi. Inni duisa maskali obse, maro gammada isa eegatuufi maskali gubbati duu inch'eerfanne, amma barch'uma Waaqa mirgaani taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jalqabaa fi muummee dhugeeffachaa teenna ka ta'e yesus ufi duratti laalaa oriina. Inni du'a fannoo irraa oobsee, marro gammadii isa eegatuuf fannoo gubbatti du'u hinceerree; amma barcumaa ulfinna Waaqaa mirgaan taa'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusii mataa amantii keennaatii fi raawwataa ta'e laala'aa, fiigicha afoo keenna jiru obsaan haa fiinnuu. Inni salphinna tuffatee gammachuu afoo isaa jiruuf fannoo irratti obsee teessoo mirga Rabbii waan taa'eeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka fiiginnu'llee hundeessaa amantii keennaatii fi raawwataa ka ta'e Yesusiin laalu'uun, inni'llee sababaa gammachuu fuundura isaa dhaabatee jiruutiin salphinna fannoo irratti du'u'uu womattuu uduu hin lakkaayin, rakkinna fanno'ootii fi du'a'llee ni obisse, mirga teessoo Waaqaatiin'llee ni taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti jalqaba'aa fi muummessaa dhugeeffannaa teennaa ka te'e Yesuus ilaaliisaan rukkinna; inni waan gammadi fuula isaa dura jiruuf, salphinna fannoo irratti du'iisaa adoo woyitti hin laakkowin, rakkinnaa fi du'a fanno'oo ossatee midda barcumaa mootumma'aa ka Waaqaatitti tee'e.