Hebrews 12:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara Wolde'a worra maqaan isaanii ol-gubba'atti barreeffamee, ka angafoota ijjoollee Waaqaa te'anee dhikaattaneertan. Gara Waaqa kolbaa duudi'itti muruutii fi lubbuu balchoole'ee ta guutuu teetee dhikaattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani la jila ilmaani angafa ta Waaqati d'uftani, ta maqa isaani gara Waaqa gubbati t'aafani. Isani la Waaqati d'uftani, ka dubbi nama ch'ufa qoru, lubbu worra d'uga ka qit'eele.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ya gara waldeenna tokkummaa warra angafaa mana kiristaanaa ta'ee, ka maqaan isaan gubbaatti barreeffametti, gara Waaqaa nama cufatti muruutii fi gara warra qajeelaa lubbuun isaani waan cufa keessatti dansooma argattetti dhi'aatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara worra sami'itti maqaan isaanii barreeffamee, gara tokkummaa hangafa abbaa murti'ii maraatuu ka ta'u, gara Rabbii, gara lubbuu qajeellota guutu'uu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
gara worra sami'itti maqaan isaanii barreeffamee, gara tokkummaa hangafa abbaa murti'ii maraatuu ka ta'u, gara Rabbii, gara lubbuu qajeellota guutu'uu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara worra maqaan isaanii sami'itti barreeffame jiruu, ijoollee woldayaa ka hangafan gara worra ta'anii gara wolgayii amanttootaa, gara Waaqa muritteessaa maraa ta'ee fi gara worra qulqullaawota muda maleeyyummaa argatanii gara lubbuu Qulqullu'uu dhiyaattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara Wolde'a worra maqaan isaanii ol-gubba'atti barreeffamee, ka angafoota ijoollee Waaqaa te'anee dhikaattaneertan. Gara Waaqa kolbaa duudi'itti muruutii fi lubbuu balchoole'ee ta guutuu teetee dhikaattaneertan.