Hebrews 12:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara Yesuusii wodhakkicha gondooroo haareyaa te'ee, gara ka dhiiga Abeelii caalaa dubbatuutii fi dhiiga isaa ka fixamee dhikaattaneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani la Yesoti d'uftani, ka wold'aqisa haraa tolche, ammalle la d'iiga fifit'ani, ka d'iiga Habili ira waan dansa himuti d'uftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan la Yesus ka waldhaqiisa haaraa tolchuti dhuftan, ammallee la dhiiga fiffixan, ka dhiiga Abeelii irra waan dansaa himuti dhuftan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara Yesuusii jiddu galeessa waadaa haarawaa, gara dhiiga facaafamuu ka dhiiga Aabeelii caalaa dubbatuu danda'uu bira geettaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
gara Yesuusii jiddu galeessa waadaa haarawaa, gara dhiiga facaafamuu ka dhiiga Abeelii caalaa dubbatuu danda'uu bira geettaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jiddu galaa wolii galchaa ka ta'e gara Yesusii, dhiiga Abeelii irra ka woyyu gara ka dubbatuutii fi gara dhiiga facaafamee'llee, dhiyaattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara Yesuusii wodhakkicha gondooroo haareyaa te'ee, gara ka dhiiga Abeelii caalaa dubbatuutii fi dhiiga isaa ka fixamee dhikaattaneertan.