Hebrews 12:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka dubbatiisatti jiru san akka hin didanne ifi eeggadha'a! Worri Waaqi biyya lafaa irratti dubbatuun didane jalaa bayiisa eega dadhabane, nuuti ka ol-gubbaa irraa nutti dubbatu yoo didanne attamiin jalaa baana ree!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegad'a duuba, nama dubbatu ch'aqasu indidiina. Yo worri gaafa inni lafa keesati dubbate ch'aqasu dide imbaafamini, nuleeni dandeenne imbaafamnu, yo ka gubba nuti dubbatu ch'aqasu dinne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegadhaa duuba, nama dubbattu hindidiina. Yo warrii gafa innii biya keessatti dubbate caqasu diddee hinbahiin, nulleen yo ka gubbaa nutti dubbattu dhagayu dinne dandeennee hinbaafannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dubbata'aaru san jalaa akka hin dinne uf eeggadhaa'a. Yoo worri lafatti itti himame didan jalaa hin baane ta'e, eegasuu ka sami'ii nutti dubbate irraa yoo fagaanne attamitti jalaa baana?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dubbataaru san jalaa akka hin dinne uf eeggadhaa'a. Yoo worri lafatti itti himame didan jalaa hin baane ta'e, eegasuu ka sami'ii nutti dubbate irraa yoo fagaanne attamitti jalaa baana?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka dubbatu san hin fudhannuun akkuma jedhaniintti ufi eeggadhaa, sunniin Waaqinni karaa namaatiin arddi'ii isaanitti yoo dubbatu hin dhageennu worri jedhan jalaa yoo hin bayin, eegaa nu'u sami'ii ka nutti dubbatu fudhachuu yoo dhabaanne attamitti jalaa baana!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka dubbatiisatti jiru san akka hin didanne ifi eeggadha'a! Worri Waaqi biyya lafaa irratti dubbatuun didane jalaa bayiisa eega dadhabane, nuuti ka ol-gubbaa irraa nutti dubbatu yoo didanne attamiin jalaa baana ree!