Hebrews 12:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san qoonqoon isaa lafa tachooteerti; amma ammoo, “Ani ammalle yennaa tokko, lafa callaa adoo hin te'in, ol-gubbaalle hin tachoosa” jedhee waadaa galeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni isaa gaafasi lafa chochoofte, ammo inni amma la kakhate, Anini ammalle lafa ch'alla inchochoosu, ammo gubbale inchochoosa jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoon isaa gafasi lafa chochofte, ammoo innii amma, “Anin ammallee lafa callaa hinchochosu, gubbaallee inchochosa” jedhe ya kakate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san laagaan isaa lafa sochoose. Amma ammo hennaa tokko deebi'ee, «Ani samii sochoosa malee, lafa calla'aa miti» jedhee waadaa galeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san laagaan isaa lafa sochoose. Amma ammoo hennaa tokko deebi'ee, «Ani samii sochoosa malee, lafa calla'aa miti» jedhee waadaa galeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti dubbiin isaa arddii sochoosee jira, amma garuu, «Arddii qofa uduu hin ta'in yeroo tokko irra deebi'ee, samii dabalataan ni sochoosa» jechu'uun, waadaa aseenee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san qoonqoon isaa lafa tachooteerti; amma ammoo, «Ani ammalle yennaa tokko, lafa callaa adoo hin te'in, ol-gubbaalle hin tachoosa» jedhee waadaa galeera.