Hebrews 12:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona nuuti mootummaa hin tachoone waan dhaalluuf kowa'a Waaqa galateeffanna; karaa inni itti gammaduun, ulfinnaa fi soda'aan kowa'a isa Waaqonfanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi galata deebisu malle, waan nu finna inchochoone argannuufi. Galata deebimne, kara inni fed'uuni Waaqa kad'achu malle, saalafi soda keesa;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan mootummaa gubbaa ta hinchochonne arganuuf. Waaqaa galata galchuu malle,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu jeennata hin raaffamne waan argannuuf, Rabbiin kabajju'uuf sodaatu'uun gammachiisa'aa, badhaadha isa ittiin waaqeffannu haa qabaannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu jeennata hin raaffamne waan argannuuf, Rabbiin kabajju'uuf sodaatu'uun gammachiisa'aa, badhaadha isa ittiin kaddaamuu haa qabaannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nu'u mootummaa hin raafaminne waan dhaalluuf Waaqa haa galatteeffanuu, haala gammachiisuun'llee kabaja'aa fi soda'aan, isa haa tajaajilluunii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona nuuti mootummaa hin tachoone waan dhaalluuf kowa'a Waaqa galateeffanna; karaa inni itti gammaduun, ulfinnaa fi soda'aan kowa'a isa Waaqonfanna.