Hebrews 12:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona akka hifattanee addii hin kutanne, mormii cubbaaleyyi'ii tana mara ka ossate Yesuus ilaala'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me, aka inni gaargale, jibba nami daba isa jibbe ch'ufa obse herega! Tanaafi illaafiina, indad'abiina!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Me, akka innii gaargalee, jibba namii cubbichii isa jibbe cufa oobse herregaa! Tanaaf hiniffanee, hindadhamnee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu keessaniin hifattanii akka hin dadhabne, Yesuusiin mormii cubbamtoota irraa isa gaye obse san qaabadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lubbuu keessaniin hifattanii akka hin dadhabne, Yesuusiin mormii cubbamtoota irraa isa gaye obse san qaabadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa uduu hin hifatinii fi uduu abddii hin kutatin, mormmii cubbamootaa kana mara ka obisse Yesusiin laalaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona akka hifattanee addii hin kutanne, mormii cubbaaleyyi'ii tana mara ka ossate Yesuus ilaala'a.