Hebrews 12:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin cubbu'uun woliin wodhaantoo qabatiisaan haga dhiiga keessan dhangalaasiisaatitti haga ammaa hin falmane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi gaargala keesani ka daba keesati, d'iigi keesani injinne,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
maaliif gaargala keessan ka cubbuun walaatan keessatti, dhiigii keessan hinjinne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuu woliin wondhaansa baya'aa haga dhiinni keessan jigutti hin falmanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cubbuu woliin wondhaansa baya'aa haga dhiinni keessan jigutti hin falmanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin cubbuu woliin woldhaanu'uun amma'llee haga dhiiga jissu'uu titti hin mormmine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin cubbu'uun woliin wodhaantoo qabatiisaan haga dhiiga keessan dhangalaasiisaatitti haga ammaa hin falmanne.