Hebrews 12:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi akka ijoollee ifiititti waan isin ilaaluuf, rakkoo adabbi'ii ossadha'a! Ilmi abbaan hin adabne kam inni?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isaniini qajeelchani ch'ufa fud'ad'a. Waaqi aka ilmaani ufi isani tolchu jira. Ilmi taka abbaani inqajeelchiini injira?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilmii abbaan qajeelchuuf hindhaanne injiraa? Waaqii akka ilmaan ufii isan tolchuutti jiraa, Waan inni isan tolchu cufaa obsaan fudhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka ijoollee ufiititti waan isin laaluuf ilmi abbaan hin adabne eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi akka ijoollee ufiititti waan isin laaluuf ilmi abbaan hin adabne eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni akka ijoollee isaa titti waan isin laakkayuuf adabbii isaa obissaa, ilmi abbaan isaa isa hin adabinne eennu ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akka ijoollee ifiititti waan isin ilaaluuf, rakkoo adabbi'ii ossadha'a! Ilmi abbaan hin adabane kam inni?