Hebrews 12:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adabbii ijoolleen fudhattu maraa isinille yoo hin fudhane, isin baana malee ijoolle'ee moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo aka ilmaani ch'ufa qajeelchani isani inqajeelchiini isani ilmaani d'ugaatiniti, ammo ilmaani ch'abanaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo akka ilmaan cufa dhaanan isan hinqajeelchin, isan ilmaan dhugaatinitii, abbeerota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isaan maruu isaan woliin adabamaniiran, adabbii malee yoo jiraattan isin diqaala'a malee ijoolle'ee miti yookaan ilmaanii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo isaan maruu isaan woliin adabamaniiran, adabbii malee yoo jiraattan isin diqaala'a malee, ijoolle'ee miti yookiin ilmaanii miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Adabbii worri ijoollee isaa ta'an marrinuu fudhatan isin'llee yoo hin fudhatin, diqaalota malee isin ijoolle'ee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adabbii ijoolleen fudhattu maraa isinille yoo hin fudhanne, isin baana malee ijoolle'ee moti.