Hebrews 12:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kana maleelle nuuti martinuu abbootii nu adabanu qanna; nuutille isaan hin ulfeessina. Akka jiru'uun leenuuf irra calaa Abbaa keenna ayyaanaatiif ajajamu'uu mallee motii ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbootiini teenna ta lafa nu qajeelchiti, duuba worraa saalfanna. Abba keenna ka lubbu hagasi ira saalfanneefi jireenna argachu himmalle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabbootiin teenna ta lafaa nu dhaanti, duuba nu warraa saalfanna. Abbaa keenna ka hafuurattii hagas irra ajajamnee jireena argachuu hin mallee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu abbootii hagana irra nu adaban qabna; isaanillee hin kabajjina. Eeganaa lubbu'uun jiraachu'uuf abbaa keenna ka Ayyaanaatii attamitti kana caalaa hin ajajamne?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu abbootii haganarra nu adaban qabna. Isaanillee hin kabajjina. Eeganaa lubbu'uun jiraachu'uuf abbaa keenna ka Ayyaanaatii attamitti kana caalaa hin ajajamne?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana malee'llee nu'u mara keennaa ka nutti baanatan abbootii fooniin ni qabnna ture, isaan'llee ni kabajina ture, eegaa lubbu'uun jiraachu'uuf Abbaa keenna ka Hafuuraatiif caala'atti ajajamuun, attam nuun hin malle ree!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maleelle nuuti martinuu abbootii nu adabanu qanna; nuutille isaan hin ulfeessina. Akka jiru'uun leenuuf irra caalaa Abbaa keenna ka ayyaanaatiif ajajamu'uu mallee motii ree?