Hebrews 13:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa mara akka obboleeyyanii wol jaalladha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka oboleyaani Kristo keesa woljaalacha illakisina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma obboleeyan Kiristaana waljaalattu waljaalala hinlakisina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa maraa jaalalli obbolumma'aa isin jidduu haa jiraatu. Keessummoota simachuu hin irraanfatinaa'a;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa maraa jaalalli obbolumma'aa isin jidduu haa jiraatu. Keessummoota simachuu hin irraanfatinaa'a; akka kanaan gari gariin uduu hin beekin Maleekkota keessummummaa simataniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo maraa ufii keessan jaalala obboleeyyumma'aa qabaadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa mara akka obboleeyyanii wol jaaladha'a!