Hebrews 13:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma Yesuus dhiiga ifiitiin kolbaa woyyonsiisaaf, karra qachaa gudda'aatiin alatti rakkate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Yesoleeni balbala dira alati due, aka d'iiga ufitiini daba nama iraa qulqulleesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif Yesusiilleen akka dhiiga isaatiin cubbuu namaa irra qulqulleessu, balbala diraa alatti du'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Yesuus ammo dhiiga ufiitiin banii qulqulleessu'uuf karra qachatti'iitiin alatti rakkate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf Yesuus ammoo dhiiga ufiitiin banii qulqulleessu'uuf karra qachatti'iitiin alatti rakkate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana Yesus ummata dhiiga mataa isaatiin isaan qulqullaawomssuuf, balbala magaalaati'iitiin alatti rakkinna ni fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Yesuus dhiiga ifiitiin kolbaa woyyoonsiisaaf, karra qachaa gudda'aatiin alatti rakkate.