Hebrews 13:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kowa'a nuutille addee quttumaatii baanee gara isaa dhandha; worra salphinna inni fudhatelle qoodannu teena.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi koota, gara isaa alati yaane, ch'eera isaa fud'anna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf koottaa, gara isa alatti yaanne, ceera isaa fudhanna,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu nullee salphinna inni baadhate san baadhannee qacha'aan ala gara isaa haa dhandhuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu nullee salphinna inni baadhate san baadhannee qacha'aan ala gara isaa haa dhandhuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'llee qe'ee baanee gara isaa haa deeminnuu, qoodamtoota salphinna isaa'llee haa taanuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a nuutille addee quttumaatii baanee gara isaa dhandha; worra salphinna inni fudhatelle qoodannu teena.