Hebrews 13:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti qachaa guddicha dhufu eeggatiisatti jirra malee, qachaa guddicha hin banne lafa tana irratti hin qannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nu dira haga hegeri tau lafa tana keesa inqamnu; nu dira hegeri d'ufu eeganna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
maaliif nu dira haga barbara taahu lafa tana keessaa hinqamnu; nu dira hegerii dhufu eegannaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu'u qachaa biraa guddittii ta bara baraa san eegganna malee, qachaa biraa asii hin qabnu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu'u qachaa biraa guddittii ta bara baraa san eegganna malee, qachaa biraa asii hin qabnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u magaalaa ufi durana dhufttu ni eegganna malee, magaalaa jabaattee dhaabattee jiraattu arddii tana irratti hin qabnnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti qachaa guddicha dhufu eeggatiisatti jirra malee, qachaa guddicha hin banne lafa tana irratti hin qannu.