Hebrews 13:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona, karaa Yesuusiitiin woreega galataa adoo gargar hin kutin, kowa'a Waaqaaf kennina. Kunille woreega galataa, ka afaan maqaa isaatiif dhugaa bawu irraa dhikaatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kanaafi nu hojja ch'ufa faaru teenna aka sorio Waaqaa baasu malle, maqa Yesotiini; akasi jechaani hojja ch'ufa qonqo teennaani maqa isaa faarsina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kanaaf nu yo cufa sooriyoo faaruu Waaqaa maqaa Yesusitiin, baasuu malle, akkas jechaan dhugeessa yo cufa nu afaan keennaan maqaa isaa dhugeesinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa hennaa maraa Rabbii ciincaa galataa jechuun woreega galataa ka afaan keennaa maqaa isaatii ragaa haa dhiyeessinuufii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa hennaa maraa Rabbii cincaa galataa jechuun woreega galataa ka afaan keennaa maqaa isaatii ragaa haa dhiyeessinuufii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa karaa Yesus Kristositiin kitimaan galataa yeroo mara Waaqaaf haa dhiyeessinuu, kun'llee waayee maqaa isaatiif afaanota ragaa bayan irraa ka dhiyaatu, kitimaa galataati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona, karaa Yesuusiitiin woreega galataa adoo gargar hin kutin, kowa'a Waaqaaf kennina. Kunille woreega galataa, ka afaan maqaa isaatiif dhugaa bawu irraa dhikaatu.