Hebrews 13:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan dansaa godhiisaa fi waan qaddanu worra dhibi'iin geyiisa hin dedhina'a! Woreegi akkasii Waaqa hin gammachiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan dansa tolchaafi woli qarqaarsa inded'ina. Sorioni akana tunini Waaqa gammachiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan dansaa tolchuu fi walqarqaarsa hindidinaa. Waaqii sooriyoo akkanaa tanaatti ingammadaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan mishaa godhuu, kaawwaniillee qooduu hin irraanfatinaa'a. Ciincaan akkanaa waan Rabbiin gammachiisuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo waan mishaa godhuu, kaawwaniillee qooduu hin irraanfatinaa'a. Ciincaan akkanaa waan Rabbiin gammachiisuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan mishaa raawwachu'uu fi waan qabddan kaanniiniif qooduu hin irraafatinaa, Waaqinni ka gammadu ciinccaa akkanaatiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dansaa godhiisaa fi waan qaddanu worra dhibi'iin geyiisa hin dedhina'a! Woreegi akkasii Waaqa hin gammachiisa.