Hebrews 13:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sooreyyii teessaniif ajajama'a; baallii isaaniitille'een jalatti bula'a; isaan baallii Waaqaan itti gaafatamanu waan qabanuuf, lubbuu teessan jabaatanee tissan; yoo isin isaaniif ajajantane, isaan kana gammadaan hujan; yoo akkas hin te'in, gaddaan hujan; kun isiniif dansa'aa moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama isani dura yau saalfad'a, dubbi worraa ch'aqasa. Worri hojja ch'ufa lubbu teesani qorqorata, maro Waaqi waan worri tolchu worra gaafatuufi. Yo isani worraa saalfattani, worri gammadaani huji ufi hojata; yokhaani lalefachaani hojata, lalefachaani sunini woma isani imbaatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama isan dura deemuu saalfadhaa, dubbii warraa caqasaa. Warrii marroo Waaqii waan warrii tolchu warra gafatuuf yo cufa lubbuu teessan qorqorata. Yo isan warraa saalfattan, warrii gammadaan hujji ufii hojjata; ammoo yo isan saalfachuuf baattan laaleffachaan hojjatan, laalleeffachaan sun homaa isanii hinbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isin bulchuu ajajamaa'a. Isaan baallii Rabbiin biratti itti gaafataman waan qabaniif jabaatanii isin eeganii. Yoo isin isaanii ajajamtan, isaan waan kana gammachu'uun hojjatan; Yoo ta'uu dhabaate gadda'aa hojjatan. Kun ammo isiniif misha'aa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isin bulchuu ajajamaa'a. Isaan baallii Rabbiin itti gaafataman waan qabaniif jabaatanii isin eeganii. Yoo isin isaanii ajajamtan, isaan waan kana gammachu'uun hojjatan; Yoo ta'uu dhabaate gadda'aati hojjatan. Kun ammoo isiniif misha'aa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Durissitootaa teessaniif ajajamaa, aangoo isaanii jala'llee ta'aa, isaan'llee itti gaafatama gaafatamaniin waan qabaniif waayee lubbuu teessaniitiif ni jabaatan, isin yoo ajajamittaniif isaan'llee hujii isaanii gammachu'uun ni raawwatan, kana ta'uu yoo dhabaate garuu hujii isaanii gaddaan ni hojjatan, kun'llee ka isin fayyadu hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyii teessaniif ajajama'a; baallii isaaniitille'een jalatti bula'a; isaan baallii Waaqaan itti gaafatamanu waan qabanuuf, lubbuu teessan jabaatanee tissan; yoo isin isaaniif ajajantane, isaan kana gammadaan hujan; yoo akkas hin te'in, gaddaan hujan; kun isiniif dansa'aa moti.