Hebrews 13:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Irra caalaa akka ani dafee gara keessan deebi'ee dhufuuf akka daadimattanu, jabeessee isin kadhadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa ira, anini isani kad'ad'a, aka Waaqi hurrise gara keesani na deebisu naa kad'ad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan cufa irra, akka isan akka Waaqii hurrisee gara keessan na deebisu naa kadhattan isan kadhadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Keessattuu akka dafee gara keessan dhufu akka Rabbiin kadhattan jabeessee isinii kadhadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Keessattuu akka dafee gara keessan dhufu jabeessee isinii kadhadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana irra jabaattanii akka kadhattaniif cimssee ka isin kadhadhu, dadafaan gara keessan akka deebi'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irra caalaa akka ani dafee gara keessan deebi'ee dhufuuf akka daadimattanu, jabeessee isin kadhadha.