Hebrews 13:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sooreyyii teessanii fi kolbaa Waaqaa maratti nageya naa hima'a! Obboleeyyan biyya Ixaaliya'aatii dhutte nageya isinitti dhaanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama isani dura deemuufi gumi Waaqa ch'ufa nagaya nuu fuud'a. Oboleyaani lafa Taliana nagaya isani d'aamti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra isan dura yaa'uu fi gumii Waaqaa qulqulloo cufatti nagaa nuu himaa. Obboleeyyan lafa Ixaaliyaatii dhufte nagaa isanii dhaamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isin bulchan maraa fi woyyoota maratti nagaya naa himaa'a. Worri Ixaaliyaa keessa jiran nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra isin bulchan maraa fi woyyoota maratti nagaya naa himaa'a. Worri Ixaaliyaa keessa jiran nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Durissitoota teessanii fi qulqullaawota maraaf nagaya naa dhiyeessaa, Ixaaliya'aa dhufanii kristaannonni asi jiran, nagaya isiniif ni dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyii teessanii fi kolbaa Waaqaa maratti nageya naa hima'a! Obboleeyyan biyya Ixaaliya'aatii dhutte nageya isinitti dhaanti.