Hebrews 13:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isaan woliin hidhantanee jirtanuutitti, worra hidhameeru yaadadha'a! Akka isaan woliin rakkatiisatti jirtanuutitti, worra rakkinna fudhatiisatti jiru yaadadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra hid'aansa keesa jiru qaabad'a, aka waan hid'aansa keesa woliini jirtanu. Worra gaargala keesa jirule qaabad'a, aka waan ufile gaargalu jirtanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra hidhaansa keessa jiru, akkuma waan hidhaansa keessa waliin jirtani qaabadha. Ka gaargala keessa jiruullee, akkuma waan ufillee gaargalu jirtani qaabadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka waan isaan woliin hidhamtaniirtanii ta'a'aa worra hidhame yaadadhaa'a. Akka waan isaan woliin rakkattanii jiraata'aartaniititti worra rakkataniillee yaadaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka waan isaan woliin hidhamtaniirtanii ta'a'aa worra hidhame yaadadhaa'a. Akka waan isaan woliin rakkattanii jiraata'aartaniititti worra rakkataniillee yaadaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga waan isaaniin woliin wolitti hidhamttanii ta'aatii hidhamttoota yaadadhaa, isin'llee akkuma isaanii haga waan worra rakkinna fudhattanii ta'aatii, worra rakkinna fudhatan yaadadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan woliin hidhantanee jirtanuutitti, worra hidhameeru yaadadha'a! Akka isaan woliin rakkatiisatti jirtanuutitti, worra rakkinna fudhatiisatti jiru yaadadha'a!