Hebrews 13:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fuudhaa fi heerum nama mara biratti ulfinna qabaatuu ti; Waaqi worra sagaagaluu fi worra gaarayyeeffatutti waan muruuf, abbaan manaatii fi haati manaa woliif addatamanuu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti fuud'a ulfeesu male, d'iirsafi niitiini wollakisani gara d'ibi yau himmalle. Waaqi worra waan hamtu tolchuufi algala wollaala iti mura.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii fuudha ulfeessu malee, dhiirsaa fi niitiin wali lakkisanii gara dhibii yaa'uu hinmalle. Waaqii warra sharmuxaa fi ka aadaa fuudhaa ballessu ballessa itti mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wol fuudhuun maraa biratti ulfinna; sireenillee qulqulluu haa ta'u. Worra adaba hin qabnee fi seebartoota ammo Rabbi isaanitti murteessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wol fuudhuun maraa biratti ulfinna; sireenillee qulqulluu haa ta'u. Worra adaba hin qabnee fi seebartoota ammoo Rabbi isaanitti murteessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fuuti nama mara birattuu ka kabajame haa ta'u, worri qaanii hin qabnnee fi sagaagalttoota Waaqinni waan isaan irratti murtteessuuf, abbaan worraatii fi haati worraa amanamummaa dhidhisu'uun, wol fuudha akka hin batteessine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fuudhaa fi heerum nama mara biratti ulfinna qabaatuu ti; Waaqi worra sagaagaluu fi worra gaarayyeeffatutti waan muruuf, abbaan manaatii fi haati manaa woliif addatamanuu ti.