Hebrews 13:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalala beese'ee irraa if qusadha'a; wonni isin qaddanu isin gewuu ti. Waaqi, “Ani ijjumaa si hin lakkisu, ijjumaa si hin gatu” jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'araa hori gula imbadiina; waan qabdani sifefad'a. Wonti akanatiifi Waaqi waan jed'e, Anini haga jiru isani illakisu; haga jiru isani biraa indeemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalala beessee gula hin badiinaa; waan qabdan sifeefadhaa, maaliif Waaqii, “Anin isan hinlakkisu, isan biraa hindeemu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala birri'ii irraa uf eegaa'a. Wontummaan qabdan isin haa gayu. Inninuu, «Si hin dhiisu, sirima si hin gatu» waan jedheef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalala birri'ii irraa uf eegaa'a. Wontummaan qabdan isin haa gayu. Inninuu, «Si hin dhiisu, sirima si hin gatu» waan jedheef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalala qarshi'ii irraa fagaadhaa, ka qabddanuu isin haa gayu, Waaqinni «Gonkumaa si hin gatu, akkuma kana si hin dhiisulle'e» jedhee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala beese'ee irraa if qusadha'a; wonni isin qaddanu isin gewuu ti. Waaqi, «Ani ijjumaa si hin lakkisu, ijjumaa si hin gatu» jedheera.