Hebrews 13:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre sodaa malee, “Goottaan gargaaraa kiyya, ani hin sodaadhu; nami maan na godhuu dande'a ree?” hin jenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi garaa jabaanne, Aabbooni qarqaarsa kiyya, anini woma insodaad'u! Nami maani na tolchu dandaa? jenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf garaa jabannee, “Aabboon qarqaarsa kiyyaa, anin homaa hinsodadhuu, namii maan na tolchuu danda'a?” jenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ugginee, «Gooftaan na gargaara, hin sodaadhu; namni maal na godha?» jenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ugginee, «Gooftaan na gargaara, hin sodaadhu; namni maal na godha?» jenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf abddii taasfachuun, «Gooftaan gargaaraa kiyya hin sodaadhu, naminni maal narratti raawwachu'uuf danda'aa?» ni jenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre sodaa malee, «Goottaan gargaaraa kiyya, ani hin sodaadhu; nami maan na godhuu dande'a ree?» hin jenna.