Hebrews 13:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra jecha Waaqaa isinitti dursee hime sorreyyii teessan qaabbadha'a! Leetoo isaanii keessaa waan dhaggame ilaala'a, fakkeenna dhugeeffannaa isaaniille fudhadha'aatii hordofa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra duri isani dura yau qaabad'a, ka dubbi Waaqa isaniti hasae. Aka worri duri tahe due herega, d'ugefacha worra gula yaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra durii isan dura yaa'u, ka dubbii Waaqaa isanitti haasa'e qaabadhaa, akka warrii durii ta'ee du'e herregaa, dhugeeffachaa isanii gula yaa'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ijoo dubbii Rabbii isinitti himan yaadadhaa'a. Waan jireenna isaanii keessatti argame laalaa'a; amanti'iin isaan fakkaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra ijoo dubbii Rabbii isinitti himan yaadadhaa'a. Waan jireenna isaanii keessatti argame laalaa'a; amanta'aan isaan fakkaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbii Waaqaa jalqaba durssitoota keessan ka isinitti hima hin dagatinaa, haala jireenna isaaniitii fi bu'aa hujii isaanii yaadachu'uun, amantii isaanii horddofaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra jecha Waaqaa isinitti dursee hime sooreyyii teessan qaabadha'a! Leetoo isaanii keessaa waan dhaggame ilaala'a, fakkeenna dhugeeffannaa isaaniille fudhadha'aatii hordofa'a.