Hebrews 13:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Kiristoos kaleelle, adhaalle, haga bara baraalle sanuma!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeso Kristoni sunuma, ka kale, ka arra, ka haga jiru jireenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus Kiristoon sunuma, ka kalee, ka ardhaatii fi ka haga jiruu jireenaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Kiristoos kaleessa, adhaa haga bara baraa sanuma.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Kiristoos kalleessa, adhaa haga bara baraa sanuma.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus Kristos kaleessaa fi adha bara baraaf'llee sanuma, hin jijjiiramu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Kiristoos kaleelle, adhaalle, haga bara baraalle sanuma!