Hebrews 2:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf nuuti waan dhageenne irraa fallaannee akka hin jinne, marroo waan dhageennee xiyyeeffannaa caalte kennuu qana.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi nu dubbi d'ageenne tana jabeesu male, aka iraa ingorre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf nu dubbii dhageenne tana akka irraa hingorre jabeessuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan dhageenne irraa maal laataa akka hin fudhatamne isaaf caalchifnee uf eeguu nu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu waan dhageenne irraa maal laataa akka hin fudhatamne isaaf caalchifnee uf eeguu nu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf waan dhageenne irraa mucucaannee akka hin kufnneef waayee waan dhageenneetiif, haalaan ufi eeggachuu qabnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf nuuti waan dhageenne irraa fallaannee akka hin jinne, marroo waan dhageennee xiyyeeffannaa caalte kennuu qanna.