Hebrews 2:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi wonni duudiin isaa fi isumaanuu dadame, ilmaan hedduu gara ulfinnaa fidiisaaf, sooressi fayyinna isaanii rakkinnaan guutuu akka te'u godhiis barbaachisaa te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki Waaqi, ka waan ch'ufa uume qorqoratu, gaargala Yesoni argateeni isa qit'oomsu fullaa, aka ilmaani heddu guddinna isaa qoodachiisu. Wonti akanatiifi nami worra dura deeme baafama worraa kennu Yeso.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wanti cufa Waaqaan uumamtee, Waaqaa uumamte. Waan ijoolle heddu gara guddinna ufii dhalchisiisaatiin dhufuu fedheef sooressa baafama warraa kennu yesus kiristoo gaargala gudda fudhachaan maalteef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee hedduu gara ulfinnaa yoo fidu hundee fayyinna isaanii rakkinnaan raawwatu'uuf sababaa isaatiin maruu isumaan ta'e; maruu isumaaf ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee hedduu gara ulfinnaa yoo fidu hundee fayyinna isaanii rakkinnaan raawwatu'uuf sababaa isaatiin maruu issumaan ta'e; maruu issumaaf ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti marrinuu isaa fi isaan ka uumame Waaqaan ijoollee baayi'ee gara ulfinnaa titti isaan fidu'uuf, durssaa fayyinna isaanii Yesusiin rakkinnaan muda maleessa akka ta'u, akka isa taasisuuf ni maleen.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi wonni duudiin isaa fi isumaanuu dadame, ilmaan hedduu gara ulfinnaa fidiisaaf, sooressi fayyinna isaanii rakkinnaan guutuu akka te'u godhiis barbaachisaa te'e.