Hebrews 2:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka kolbaa woyyoonsuu fi worri isaan woyyoomelle ilmaan abbaa tokkochaa ti; waan kanaaf Yesuus isaaniin, “Obboleeyyan tiyya” jedhee waamiisaaf hin fokkifatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni nama ch'ufa daba iraa qulqulleese, isaafi worri qulqulleesanileeni ka Abba taka tahani. Maro waan kanatifi Yesoni, Oboleyaani worraani jechu inch'eere.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus nama cufa cubbuu irraa qulqulleesseetti, isaa fi warrii qulqulleessanilleen ka abbaa takkaa tahe. Tanaaiif Yesus “Obboleeyyan” warraan jechuu hinceerre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka woyyoomsuu fi ka woyyoomu maruu tokko irraa waan ta'aniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka woyyoomsuu fi ka woyyoomu maruu tokko irraa waan ta'aniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota qulqullaayomota ka taasisuu fi namoonni isaan qulqullaawota ta'an'llee ijoollee abbaa tokkooti, waayee kanaan Yesus isa «Obboleeyyan kiyya» jedhee, waamu'uuf hin saalfatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka kolbaa woyyoonsuu fi worri isaan woyyoomelle ilmaan abbaa tokkochaa ti; waan kanaaf Yesuus isaaniin, «Obboleeyyan tiyya» jedhee waamiisaaf hin fokkifatu.