Hebrews 2:12 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bareeffama Woyyicha keessalle'etti Waaqaan, “Maqaa keeti obboleeyyan tiyyatti hin lassa; wolde'a oddu'ulle'etti faaru'uun si hin leelliffadha” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'u, Ee Waaqa, anini waan kanke oboleyaani tiyyati dubbad'e, gumi isaani ch'ufa durati maqa kanke faarsa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii, “Ee Waaqa, anin Obboleeyyan tiyyatti maqaa kee inhima, gumii cufa duratti galata keetii si faarsa” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf'llee Kitaabban Qulqulluu keessatti, «Maqaa kee obboleeyyan tiyyatti ni hima, woldaya amanti'ii jiddu'utti'llee faaru'uun si ni galateeffadha» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bareeffama Woyyicha keessalle'etti Waaqaan, «Maqaa keeti obboleeyyan tiyyatti hin lassa; wolde'a odduulle'etti faaru'uun si hin leellifadha» jedha.