Hebrews 2:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoolleen tun namoota foonii fi dhiiga qabanu akkuma te'ane, Yesuusille du'a ifiitiin, Seexana du'a irratti baallii qabu balleessiisaaf, akkuma isaanii nama te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ijoolleeni suni nama nafafi d'iiga qabu taateefi, Yesoleeni aka worraa tahe nafa argate. Wonti inni akasi tolcheefi, aka duisa isatiini Sheet'ana, ka duisa ira jabeenna qabu dabsatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan ijolleen sun nama nafaa fi dhiiga qabu taateef, Yesusiilleen akkuma warraa ta'e. Innii sheexan ka du'a irraatti irree qabuu dabsachuuf du'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ijoolleen isaa worra foonii fi dhiiga qaban waan ta'aniif innillee akkasuma ka du'a irratti baallii qabu daabiloosiin akka diigu, worra jireenna isaanii maraan waan sodaa du'aatiif garbumma'aa jalatti hidhaman maraa bilisa baasu'uuf akkuma isaanii nama ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegannaa ijoolleen isaa worra foonii fi dhiiga qaban waan ta'aniif, innillee akkasuma ka du'a irratti baallii qabu daabiloosiin akka diigu, worra jireenna isaanii maraan waan sodaa du'aatiif garbumma'aa jalatti hidhaman maraa bilisa baasu'uuf akkuma isaanii nama ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ijoolleen tunniin dhiigaa fi foon namoota qaban waan ta'aniif, Yesus'llee akkuma isaanii nama ni ta'e, kana ka raawwateef'llee karaa du'a isaatiin du'a irratti aangoo ka qabu sheexana balleessu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen tun namoota foonii fi dhiiga qabanu akkuma te'ane, Yesuusille du'a ifiitiin, Seexana du'a irratti baallii qabu balleessiisaaf, akkuma isaanii nama te'e.