Hebrews 2:15 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma worra du'a sodaatiisaan bara ifii duudii garbummaa jala turelle bilisa baase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani worra haguma jiru tissele duisa tahe duisa sodaate, tissooma suni keesaa baasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkanaan warra haguma jiru cufa du'a sodaataa garboota du'a ta'e garbuummaa sun keessaa baase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana waayee du'a sodaachu'uutiin, umrii isaanii guutuu garbumma'aan ni bitaman ka turan fayyisu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma worra du'a sodaatiisaan bara ifii duudii garbummaa jala turelle bilisa baase.