Hebrews 2:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf inni Waaqa tajaajiliisaan Hayyicha Guddaa addataama'aa fi mararticha te'ee, kolbaan araara cubbu'uu akka dhaggattuuf, waan maraan obboleeyyan ifii fakkaatiis isaaf barbaachise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi inni kara ch'ufaani, akuma oboleyaani isaa tahu male, aka qaallu gudda ka d'ugatiifi ka naasu, huji Waaqa keesati tahe daba namaa araaramu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf innii karaa cufaan akkuma obboleessaa fi obboleetti ufii tahuu male, akka hujii Waaqaa keessaatti qaalluu guddaa dhugaatii fi naasuu tahee cubbuu namaa araaramu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf banii irraa cubbuu dhiqu'uuf waan Rabbi maraaf araara godhuuf gadicha hayyicha amanamaa ta'u'uuf, obboleeyyan ufii fakkaachuun isa barbaachise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf banii irraa cubbuu dhiqu'uuf waan Rabbi maraaf araara godhuuf, gadicha hayyicha amanamaa ta'u'uuf, obboleeyyan ufii fakkachuun isa barbaachise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf waan maraanuu akkuma obboleeyyan isaa ta'uu qaba ture, bifa kanaan cubbuu namootaa dhabamisiisu'uuf jedhee, Waaqa tajaajilu'uuf amanama'aa fi itti gaafatamaa qeesotaa ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni Waaqa tajaajiliisaan Hayyicha Guddaa addatama'aa fi mararticha te'ee, kolbaan araara cubbu'uu akka dhaggattuuf, waan maraan obboleeyyan ifii fakkaatiis isaaf barbaachise.