Hebrews 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti fayyinna guddaa kanaaf xiyyeeffannaa yoo kennuu dhanne attamiin jalaa baana ree? Fayyinna kana ka dursee lasse Gootta'aayyu; worri isa irraa dhage'elle tanuma nu'uuf mirkaneesseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akamiini dandeenne baana, yo nu baafama akana kana injabeesine? Aabbooni baafama kana qara yayu hime, worri isa d'agaye, aka isiini d'uga aka dansa nu beesise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nu yo baafama akkanaa kana hincaqamne akkamiin dandeennee baanna ree? Aabboon baafama kana qaraa laayyuu hime, warrii isa dhaga'e, akka isiin dhugaa akka dansaa nu beessisse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana? Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana. Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nu'u fayyinna ol aanaa kana shilla ka jennu yoo taane attamitti jalaa baana ree? Fayyinna kana'llee jalqaba ka dubbate Gooftaa mataa isaati, isa irraa namoonni dhagayan'llee, kanuma nuuf mirkaneessanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti fayyinna guddaa kanaaf xiyyeeffannaa yoo kennuu dhanne attamiin jalaa baana ree? Fayyinna kana ka dursee lasse Gootta'aayyu; worri isa irraa dhage'elle tanuma nu'uuf mirkaneesseera.