Hebrews 2:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barreeffama Woyyicha keessatti addee takkatti, “Ee Waaqa, akka isaaf yaadattuuf, nami maan inni? Yookiin akka kununsituuf, ilmi namaa maan inni?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo akuma t'aafi keesati fulla d'ibi t'aafani, Nami maani, Ee Waaqa, ka atini waan isaa hereddu? Yokhaani nami maani, Ee Waaqa ka atini teete waan isaa qulqultu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii barreessii qulqulloo keessatti fulaa tokkootti dhugeessee, “Ee Waaqaa namii maali, ka atin waan isaa herredduu? Yokaan ilmii namaa maali, ka atin isa qorqorattu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo kitaabbilee Woyyuu keessa hulee takkatti; «Waan isaa akka yaaddu, namni maali'i? Yookaan nama tooyachu'uuf ilmi namaa maali'i?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo kitaabbillee Woyyuu keessa hulee takkatti; «Waan isaa akka yaaddu, namni maali'i? Yookiin nama tooyachu'uuf ilmi namaa maali'i?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
gonkumaa kitaabban Qulqulluu keessa bakka tokkotti, akkana jedhamee jira, «Ati isa akka yaadattuuf ilmi namaa maali'i? isaaniif'llee ufi eeggannaa akka taasfttuuf ilmi namaa maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffama Woyyicha keessatti addee takkatti, «Ee Waaqa, akka isaaf yaadattuuf, nami maan inni? Yookiin akka kunuunsituuf, ilmi namaa maan inni?