Hebrews 2:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
waan mara baallii ilma namaatiin jala goote” hin jedha. Waaqi waan mara baallii ilma namaatiin jala yennaa godhu, baallii isaatiin jala adoo hin godhin wonni inni hanbure tokkolle hin jiru. Te'uu malee wonni mara baallii ilma namaatiin jala akka jiru ammaa tanalle nuuti hin dhaggine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka inni waan ch'ufa mohatu tolchite. Waan jed'ani, Waaqi nama aka inni waan ch'ufa mohatu tolche; waan ch'ufa jechaani waan tokole iraa inhambimne jecha. Ammo nu ammatana nama waan ch'ufa fidu inarginu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka innii waan cufa bulchu tolchite” jedhe. Waaqii waan cufaa harka namaa jala galche; waan tokkollee adoo harka isaa jala hingalchin hinhambimne; ammoo ammallee nu akka wantii cuftii harka namaa jala jirtu hinarginnu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maraa luka isaa jalatti akka bulu taasifte» jedhee rage. Waa maraa isa jalatti bulchite. Wonti isa jalatti hin bulle tokkollee hin jiru. Amma ammo akka wonti maruu isa jalatti bule hin arginu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maraa luka isaa jallatti akka bulu taasifte» jedhee rage. Waa maraa isaa jalatti bulchite. Wonti isa jalatti hin bulle tokkollee hin jiru. Amma ammoo akka wonti maruu isa jalatti bule hin arginu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan maraa aangoo isaa jala ni taasftteef. Waan maraa aangoo isaa jala yoo taasisuuf wonitti hanbise tokko'llee hin jiru. Garuu amma akkuma jiru wonitti marrinuu aangoo isaa jala akka ta'e amma'llee nu'u hin argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan mara baallii ilma namaatiin jala goote» hin jedha. Waaqi waan mara baallii ilma namaatiin jala yennaa godhu, baallii isaatiin jala adoo hin godhin wonni inni hambure tokkolle hin jiru. Te'uu malee wonni mara baallii ilma namaatiin jala akka jiru ammaa tanalle nuuti hin dhaggine.