Hebrews 3:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf dhugeeffatooti woyyoontanee, worra waamiicha ol-gubba'aa qodamu teetane, ka Waaqi ergee fi Hayyicha Guddaa dhugeeffannaa teennaa Yesuus yaadadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya ta Kristiana, Waaqi ya isanile yaame! Yeso ka Waaqi erge, aka Qaallu Gudda d'ugefacha teenna tahu, ilaala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya ta kiristiyaanaa, ta Waaqii isaniillee yaame! Qaalluu guddaa fi ka Waaqii dhugeeffachaa teennaa erge Yesus herregaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu obboleeyyan woyyoota, worri waamsa sami'ii irraa qoodamtoota taatan, gara ergamaa amantii keennaatii fi gadicha hayyicha Yesuus Kiristoosii laalaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu obboleeyyan woyyoota, worri waamsa sami'ii irraa qoodamtoota taatan, gara ergamaa amantaa keennaatii fi gadicha hayyicha Yesuus Kiristoosii laalaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf qoodamtoota waamicha samii ka taatan yaa amanttoota qulqulloofttan nana! ergamittichi amantii keennaatii fi itti gaafatamaa qeesotaa Yesusiin yaadadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf dhugeeffattooti woyyoontanee, worra waamicha ol-gubba'aa qoodamu teetane, ka Waaqi ergee fi Hayyicha Guddaa dhugeeffannaa teennaa Yesuus yaadadha'a.