Hebrews 3:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf ani dhaloota sanitti aaree, gadhaan isaanii yennaa mara na irraa gora, isaan karaa kiyyalle hin beenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini worra kanati dalane, waan jed'e, Worri kuni hojja ch'ufa waan heregu keesati wollaala qaba, taka kara kiyya imbaranne
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin warra kanaatti dallanee, ‘Warrii kun yo cufa waan herregu keessatti hindhugeeffatu, takka karaa kiyya hinbaranne’
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ani dhaloota sanitti aare. ‹Hennaa maraa onnee isaaniitiin hin dogoggoran; isaan karaa kiyya hin beenne jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf ani dhaloota sanitti aare. ‹Hennaa maraa onnee isaaniitiin hin dogoggoran; isaan karaa kiyya hin beenne jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf dhaloota sanitti dallanee, ‹onneen isaanii yeroo maraa ni dogoggora, karaa kiyya'llee hin beekinne› jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ani dhaloota sanitti aaree, gadhaan isaanii yennaa mara na irraa gora, isaan karaa kiyyalle hin beenne.